yeroo taphaatti. Sajoo xiqqaa mallatteeffame fili
"tapha xumuraa". Filannoo hedduu ni qabaatta.
Tapha haquuf yaada dhiheessi: Morkataan kee taphicha haquuf walii galuu qaba. Yoo fudhate hin galmaa'u, sadarkaan kees hin jijjiiramu.
Walqixxummaa yaada dhiheessi: Mormituu kee kana irratti walii galuu qaba. Yoo fudhate bu'aan taphichaa nil ta'a. Taphichi akka idileetti akka hin xumuramne yoo beekte kana gochuu qabda.
Abdii kenni: Salphaatti harka kennachuu dandeessa, morkataan kee xumura taphichaa osoo hin eegin akka mo'ataa ta'ee labsama. Yoo tapha kana dhiisuu barbaadde kutaa keessaa bahuun si hin barbaachisu. Filannoo kana fayyadami teessoo kee ni qabaatta, kanaaf tapha deebi'ee taphachuu ni dandeessa.