forumWaltajjii
Maali?
Waltajjiin kun fayyadamtoonni hedduun yeroo tokkotti walitti hidhamiinsa qabaachuu baatanis bakka itti waliin haasa'anidha. Wanti ati waltajjii tokko irratti barreessitu hundi ummataaf kan dhiyaatu yoo ta'u, namni kamiyyuu dubbisuu danda'a. Kanaaf odeeffannoo dhuunfaa keessan akka hin barreessine of eeggadhaa. Ergaawwan kun sarvarii irratti waan waraabamuuf, namni kamiyyuu hirmaachuu danda'a, yeroo barbaadetti.
Waltajjiin tokko bakka adda addaatti qophaa’a. Tokkoon tokkoon gosa mata dureewwan of keessaa qaba. Tokkoon tokkoon mata duree haasawa ergaawwan hedduu fayyadamtoota hedduu irraa dhufaniidha.
Akkamitti itti fayyadamna?
Waltajjicha menu guddaa fayyadamuun argachuun ni danda'ama.
Foddaa waltajjii keessa kutaalee 4tu jira.